Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Naannoo Tigraay Keessatti Geggeessamuuf Galmeessuun Filattootaa Kaleessa Xumurame 


Filannoo Naannoo Tigraayiif kanneen sagalee kennan namoota miliyoona lamaa fi qabxii ja’a galmeessuuf karoorfamee namoonni miiyoonni miliyoonni lamaa fi qabxiin afurii ol galmeessamuu komiishinni filannoo naannoo Sanaa beeksisee jira.

Vaayiresii koronaa mala ittisuun danda’amuun illee ademsi filannoo Sanaa kan geggeessamu ta’uu komiishiinichi beeksisee jira.

Naannop hanga tokko keessatti namoonni kaardii filannoo akka fudhatan dirqisiisamaa jiru ka jedhu komiishinichi ennaa deebisu, filannoon mirga ofii ti. Haala kanaan dirqisiisame jechuun namni iyyate naannoo kana keessa hin jiru jedhee jira.

Filannoo Naannoo Tigraay Keessatti Geggeessamuuf Galmeessuun Filattootaa Kaleessa Xumurame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:15 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG