Xurree ittiin seenan

Breaking News

Korri Paartii Ripaablikaanoota Xumuramee Jira


Wiixata darbee kaasee guyyaa afuriif gaggeeffamaa kan ture korri kun kamiisa kaleessaa galgala xumuramee.

Guyyaa dhumaa kanatti prezidaant Traamp paartii Ripaablikaan bakka bu'uun prezidaantummaaf akka dorgomaniif afeerraa dhiyaate simatanii jiru.

Sirna kaleessa galgala mooraa Waayit Hawuus keessatti gaggeeffame kana irratti namoota 1500 ta'antu argame.

Filannoon gaggeeffamuuf jiru kun, kan Abjuu Ameriikaa ittiin eegsisnuu ykn ajandaa warra soshalisii kan itti gala keenya dinqisiifamaa sana akka diigamuu gochuu keessaa kan ittiin murteessinu ta'a jedhan Traamp.

Mormitii isaanii ta'uun kan prezidaantummaaf dorgomuuf jiran Demokraatichi Joo Baaydin nama dadhabaa dha jedhan Traamp.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Korri Paartii Ripaablikaanoota Xumuramee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:48 0:00


XS
SM
MD
LG