Xurree ittiin seenan

Breaking News

Poolisiin Finfinnee Wal Ga’ii IZEMA Uggure 

Pooisiin Finfinnee ibsa tuuta oduu kennuuf IZEMAN waame ugguree jira. Dubbi himaan paartichaa Naatinaa’eel Feleqee gaazixeessotaaf akka himanitti paartichi ergaa isaa mala ka biroon uummataan ni ga’a jedhan.

Qabiyyeen ibsa Sanaa gabaasa qorannaa irratti hundaa’e kan yakka bulchiinsaa fi shaakala bulchiinsa gaarii hin ta’inii ti jedhameera. Meleskachoo Ammahaatu gabaase.

This item is part of
XS
SM
MD
LG