Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gumiin Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Oromiyaa Keessatti Haleellaan Hoogganoota Amantiitti Xiyyeeffate Na Yaaddesse, Jedha


Haleellaan naannoo Oromiyaa bakka adda addaatti hoggantoota amantii Islaamaa irratti qiyyaafatee taasifamaa jiru kan isa yaaddesse tahuu kan ibse Booridiin Hoggansa Hojii Gumii Dhimma Islaamaa Itiyoophiyaa mootummaan dhimma isaa qorannaan qulqulleessee akka tarkaanfii seeraa fudhateu hubachiisee jira.

Biiroon Bulchiinsa fi Nageenyaa Oromiyaa gama isaatiin wanni Hasaasaatti raaw’atame akka hanqina qabu dubbatee, kan qoratamu tahuu beeksisee jira.

Kan bakkawwan birootti tahe garuu tarkaanfii seera kabajchiisuu keessatti kan uumame akka tahe hubachiisan.

Gumiin Dhimma Islaamummaa Itiyoophiyaa Oromiyaa Keessatti Haleellaan Hoogganoota Amantiitti Xiyyeeffate Na Yaaddesse, Jedha
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:55 0:00


XS
SM
MD
LG