Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Uummattoota Kibbaa Keessatti COVID -19 Hammaachuutu Himame 


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Naanoo uummattoota kibbaa keessaa weerarri COVID-19 anagawootaa fi uummatatti rakkoo uumee jira.Hoogganaan waajjira fayyaa naannoo sana Aqinaaw Kawzaa VOAf akka ibsanitti guyyoota xiqqoo darban qofaa vaayiresiin kun dhibba irraa harka 90 dabale.

Sababaan lakkobsi kun dabale inni ijoon of dagachuu akka ta’e hoogganaan kun ibsaniiru. Naannoon sun baatilee darban keessa naannoo akkaan dha’aman keessaa ta’uu Ynatan Zebdiyos gabaaseera

XS
SM
MD
LG