Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ibsa Dhimma Afrikaatti Gargaaraa Ministra Dhimma Alaa Ameerikaa


Dhimma Afrikaatti gargaaraan Ministirii Dhimma alaa Yunaayitid Isteetis, Tiiboor Naaj
Dhimma Afrikaatti gargaaraan Ministirii Dhimma alaa Yunaayitid Isteetis, Tiiboor Naaj

Dhimma Afrikaatti gargaaraan Ministirii Dhimma alaa Yunaayitid Isteetis, Tiiboor Naaj, waraansa Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay fi Humnoota Mootummaa Federaalaa Itiyoophiyaa gidduutti geggeessamaa jiru keessatti, haleellaa Siiviloota yokaan namoota hidhannoo hin qabne irratti geggeessamuu fi rakkoo jireenya namoomaa dhaqqabaa jiru ilaalchisee yaaddoo qaban ibsanii jiran.

Fixinsa Sadaasa 12, lafa Maay Kaadiraa jedhamutti geggeessame, kan “kan loltoota HIWEHAT dheessaa turaniin raaw’atame,” jedhame ilaalchisee qorannanan qaama walabaan akka geggeessamu gaafatan.

Mootummaan tajaajilawwan wal-quunnamtii naannoo sana kutee jiru akka deebisus gaafatanii, dhiheenya gaazzexeessonni hedduun maaliif akka hidhaman mootummaan Itiyoophiyaa Koomishina Mirga Namoomaa wajjiin wal-gargaaruun akka qulqulleessuu illee gaaffii dhiheessanii jiran.

Gabaasaa guutuu Tujubee tu dhiheessa.

Ibsa Dhimma Afrikaatti Gargaaraa Ministra Dhimma Alaa Ameerikaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:06 0:00


XS
SM
MD
LG