Xurree ittiin seenan

Breaking News

Industirii Fiilmii fi Gahee Dubartoonni Tabachaa Jiran


Siifan, fiilmii Kayiraat Yusuuf
Siifan, fiilmii Kayiraat Yusuuf

Fiilmiiwwaan Afaan Oromoo fi afaanota kaan Itoophiyaa keessatti dubatamaniin hojjataman keessatti gaheen dubartootaa dabalaa jira.

“Duabrtoonni -fiilmii barreessuu, daayrektarummaa, akkasumas gahee kaan keessatti hirmaachudhan, qooda guddaa tabachaa jiran,” jedha, -Koleejii Waagneer as Yunaaytid Isteets, Kutaa Niiw Yoorki keessatti Proofeeseriin Qarqaaraa, Istiivan Toomas.

Jijjirrama kana warra fidaa jiru keessaa maqaan Kayraat Yusuuf adda durummaadhan ka’a. Kayiraat fiilmii Afaan Oromoo lama uummata biraan geecheetti - Asaantii bara 2015, Siifaan bara 2017.

Istiivan fi Kayiraat keessummaa Labataati, caqasaa.

Industirii Fiilmii fi Gahee Dubartoonni Tabachaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:12:19 0:00


XS
SM
MD
LG