Xurree ittiin seenan

Breaking News

Injinar Simmenyehu Ofiif Of Ajjeesan: Poolisii Federaala


Hogganaan hidha guddicha Abbayaa Injiinar Simanyaw Baqalaa harka ofiitiin ofiin of ajjeesuu isaani ibsai qoranaa poolisii Federaala hardha taasifame ifoomse.

Injiinar Simanyaw of ajjesuuf kan sababa ta'e rakkoo kontraata dhaabata MITEK hojiin osoo hin raawatamin malaqa heddu fudhachuu fi proojaktichi harkifachuun wal qabatee gaabii fi dhiphuu guddaan isaan irratti uumamaa turuu himamee jira.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

Injinar Simmenyehu Ofiif Of Ajjeesan: Poolisii Federaala
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:57 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG