Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota Amerikaa Kanneen Turan Maal Jedhu?


Ambaasaaddar Tiiboor Naaj fi Ambaasaaddar Doonaald Buut (Suuraa wal bira kaahame)
Ambaasaaddar Tiiboor Naaj fi Ambaasaaddar Doonaald Buut (Suuraa wal bira kaahame)

Itiyoophiyaa fi Giniitti Ambaasaaddara Yunaaytid Isteets kan turan akkasumas bara bulchiinsa prezidaant Donaald Traamp ministeera dantaa alaa biyyatti keessatti itti aanaa itti gaafatamaa dhimmotii Afrikaa kan turan Tiiboor Naaj akkasumas Itiyophiyaa, Laayberiyaa fi Zaambiyaatti Ambaasaaddara Yunaaytid Isteets kan turan Doonaald Buut Jimaata darbee oduu gabaastuu raadiyoo sagalee Amerikaa Kaarool Kaasiyoo waliin waa'ee Itiyoophiyaa irratti gaafii deebii gaggessanii turan.Caqasaa.

Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota Amerikaa Kanneen Turan Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:25 0:00


XS
SM
MD
LG