Xurree ittiin seenan

Breaking News

Akka jiraattonni godina Jimmaa aanaa Oomoo Naddaa jedhanitti naannoo isaaniiti nama hedduutti seera malee hidhamuutti jira


Jimmaa, Oromiyaa
Jimmaa, Oromiyaa

Keessattuu erga hiriirii mormii Oromiyaatti keessatti jalqabee akka jiraattonni jedhanitti nama hedduutti hidhamuutti jira. Namoon aanaa sun keessaa jiraatan maqaa isaanii himachuu hin barbaadin akkana jedhanii rakkoo naannoo isaanii dubbatan “Yeroo dabre nama hanga 20 qabanii mana murtiittis hin dhiyaatanii,himata tokkos hin qabanii achuma mana murtiitti dararamanii rakkatan.”

Kana malee,“ammasa qabaa jiruu kaan mana gadi dhiisanii bakkee jiru.Walgahanii jedhanii yoo ummannii bahe achi keessaa funaanu”. Itti gaafatamaa qorataa yakkaa aanaa Oomoo Naddaa inspekter Mitikkuu argachuuf yaallee hin taane. kaan

Akka jiraattonni godina Jimmaa aanaa Oomoo Naddaa jedhanitti naannoo isaaniiti nama hedduutti seera malee hidhamuutti jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:08 0:00

XS
SM
MD
LG