Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ganna 27 Guutuu Qe’ee Baqataa Jiraataa Jirra’ Rakkoo Daangaan Bulchiinsaa Sirraawuu Dhabuu Jiraattota Mooyyaleerraan gahe

Godina Booranaa Aanaa Mooyyaleef fi Naannoo Soomalee jidduu daangaan bulchiinsaa jiraachuu dhabuun rakkoo hedduuf nu saaxilee jechuun jiraattonni dubbatan. Waggoota digdamii torban darban kana guutuuf daangaan kun hin sirraayin hafuun walitti bu’iinsi lubbuu nama hedduu galaafateef sababa ka’umsaa ta’eera jedhu jiraattonni.

Galmoo Daawit dabalata isaa qopheesseera.

Ganna 27 Guutuu Qe’ee Baqataa Jiraataa Jirra’ Rakkoo Daangaan Bulchiinsaa Sirraawuu Dhabuu Jiraattota Mooyyaleerraan gahe
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:28 0:00

XS
SM
MD
LG