Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koronaan Walabummaa Preesii Irra Dhiibbaa Jabaa Kaa’e: Gabaasaa Haaraa


“Reporters Without Boarders” yokaan Gabaastota Daangaan Hin Uggurre, ka jedhamu jaarmayaan idiladdunyaa walabummaa preesiif falmu, gabaasaa isaa bara 2021 baaseen, rakkinni vairasii Koroonaa, walabummaa pireesii danqee, odeeffanoo dharaa tamsaasuuf gargaare, jedha.

Biyyoota addunyaa inni qorannaa keesatti geggeesse harka afur irraa sadii keessatti gaazzexeessummaan danqamuu ka dubbatu, Jaarmayaan kun, lakkoobsi biyyootaa haalli isaanii gazexesootaaf mijataa ta’ee xiqqaachuu isaa beeksisee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Karonaan Walabummaa Preesii Irra Dhiibbaa Jabaa Kaa’e: Gabaasaa Haaraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:11 0:00


XS
SM
MD
LG