Kongiresiin Federaalawaa Oromoo (KFO) fi Addi Bilisummaa Oromoo (ABO-n) waliigaltee akkamiirra gahan?
“Alaaban keenyaaf an ABO walitti bu’ee hin beeku. Isaan kun Obbolaaha jedha qotee bulaan keenyaahu,” jedhan dura ta’aan KFO, Dr. Mararaa Guddinaa. Dhaggeeffadhaa.