ADAAMAA —
Koreen Jijjirama Dhaabilee Muslimaa ibsa hardha baaseen hojilee (mana maree Islaama) "Majlisa" haala haaraan ijaaruu fi caaseesuun wal qabatee hojjataa ture dhiheenyatti fixee akka ummataaf ibsu beeksise.
Koreen walinii kun ibsa hardha Finffineetti keneen akka jedhetti koreele xixiqaa haala caasefama haaromsa (mana maree Islaama) "Majlisaa" raawatan afur ijaaree xumuruun hojiinis goolabama jira jedhee jira.
Muktaar Jamaal dabalata qaba