Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kosii Finfinnee Sandaafaatti Geessanii Gatuuf Karoorfamuun Nu Yaaddeessa: Jiraattota


Kosii Finfinnee Sandaafaatti Geessanii Gatuuf Karoorfamuun Nu Yaaddeessa: Jiraattota
Kosii Finfinnee Sandaafaatti Geessanii Gatuuf Karoorfamuun Nu Yaaddeessa: Jiraattota

Dhiheenya kana, ka magaalaa Finfinnee, naannoo Raphii jedhamu jiru – tuullaan kosii jiguu irraa balaa uumameen lubbuun namoota dhibba tokkoo fi kudha sadii darbuu, akkasumas miidhaalee adda addaa dhaqqabuu gabaasuun keenya ni yaadatama.

Tuullaa kosii iddoo sana jiru haala itti dhabamsiisuun danda’amu irratti aangawoonni bulchiinsa magaalaa Finfinfinnee ibsa adda addaa kennanii jiran. Yaadawwan aangawoota irraa dhaga’ame keessaa tokkoo, iddoon kosiin itti gatamaa jiru gara dhaabbatoota misoomaa fi bashannanaatti jijjiiramee, tuullaan kosii achi ture gara goddinaa addaa Oromiyaa, aanaa Sandaafaatti geessama – ka jedhu. Gama biraan, ammaan dura tuullaa kosii kana gara Sandaafaatti geessuun jalqabamee mormii qonnaanbultoonni dhaageessisaniin dhaabachuun ni yaadatama

Kana cuqaasuun dhaggeefadhaa

Kosii Finfinnee Sandaafaatti Geessanii Gatuuf Karoorfamuun Nu Yaaddeessa: Jiraattota
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:48 0:00

XS
SM
MD
LG