Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koviid-19 fi Infuleenzaa(Flu)


Dr. Sintaayyoo Badhaanee

Yunaaytid Isteetes keessatti dhukkubii Fluu ykn Infuleenzaan jedhamuu baatiin itti hammaatuu seenaa jira.

Dhukkubi Koviid-19 jedhamuu fi Dhukkubii Fluu mallattoon agarsiisan hangi tokko wal fakkaata.

Kanaaf qorannaa gaggeessuun adda baafachuun barbaachisaa ta'u ogeessonni fayyaa ni gorsu.

Dhukkuboonni lameen Sombaa fi ujummoo qilleensaa mara kan miidhan waan ta'eef jecha wal duuka nama qabnaan akkaan hamaa ta'uuf jira.

Fluu fi Koviid-19 Kana ilaaleen Atlaantaa Joorjaa keessatti hayyuu fayyaa hawaasaa fi hoogganaan waajjira dhukubbotta daddarbaanii kan konyaa Dekaalb ka ta'an Dr. Sintaayyoo Badhaanee haasoofsiifnee jirra.Caqasaa.

Koviid-19 fi Infuleenzaa(Flu)
please wait

No media source currently available

0:00 0:09:36 0:00


Yaadawwan Ilaali (4)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG