Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maatiin atleet Fayyisaa Lallisaa, akka inni biyyatti hin deebine gorsan


Gaafii fi Deebii Rooyters Maatii Fayyisaa Lalisaa Wajjin Godhe
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:37 0:00

Gaafii fi Deebii Rooyters Maatii Fayyisaa Lalisaa Wajjin Godhe

Fayyisaan fiigicha maaraatoonii Olompikii Riyoo irratti lammaffaa ta’ee oggaa fixu mallattoo mormii Oromiyaa agarsiisun isaa haasaha oo’aa tibbanaati. Dorgomii booda Lallisaan biyyatti deebi’uun sodaachisaa ta’uu ibseera. Guyyaa Kibxaa jilli Olompikii Itoophiyaa gara biyyaa oggaa debi’u Fayyisaan keessa hin jiru. Rooyteers mana Fayyisaa Finfinneetti argamu dhaqee maatii isaa keessaa hadha mana isaa aaddee Iftuu fi haadha isaa Aaddee Biraatuu Fullasaa dubbiseera. Kunooti.

Maatiin atleet Fayyisaa Lallisaa, akka inni biyyatti hin deebine gorsan
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:12 0:00

Yaada kenni

Yaada mul'isi

XS
SM
MD
LG