Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manneen-murtii Aadaa Aanaalee Oromiyaa 200 Ol Keessatti Hojii Jalqaban


 Manneen-murtii Aadaa Aanaalee Oromiyaa 200 Ol Keessatti Hojii Jalqaban
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:59 0:00

Manneen-murtii Aadaa Aanaalee Oromiyaa 200 Ol Keessatti Hojii Jalqaban

Kanneen Caaffeen naannoo Oromiyaa bara 2013 labsiin raggaaise manni murtii aadaa aanaalee 200 ol keessatti hojii eegalee jira.

Jiraattonni tajaajila kan argachuu jiran, gaaddisni dhaddachaa kun iddoo dhugaan abbaa dhugaaf itti deebitu dha, jechuun Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himan.

Manneen murtii kun hundaa’uun hojii manneen murtii kun, qisaasa yeroo fi maallqaqa uummataa, akkasumas baay’ina hojii manneen murtii hir’isee jira – jedha, Manni-murtii waliigalaa Oromiyaa ammoo.

XS
SM
MD
LG