Xurree ittiin seenan

Dr. Mararaa Guddinaa Har’a Mana Murtiitti Dhiyaatan

  • VOA

Dr. Mararaa Guddinaa

Doktoor Mararaa Guddinaa irratti namoota abbaan alangaa ragaa gochuun dhiyeessu maqaan isaanii akka himatamaa hin geenye manni marii federeeshenii murteessee jira.

Doktoor Mararaan erga hidhamanii ji’a kudha tokko booda har’a mana murtii ol aanaa Federaalaa dhaddacha yakkaa 19ffaa duratti dhiyaatanii jecha amantaa fi haaliinsaa kennanii jiru.

Beellama murtiis manni murtii kennuu Abukaatota isaanii keessaa tokko obbo Wandimmuu Ibsa nuuf ibsanii jiru.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG