Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensonni Kongireesii  Amerikaa Asmaraa Daawwatan  


Waggoota 14 keessatti yeroo duraaf miseensonni kongreesiin Amerikaa Asmaraa daawwatanii jiru.Jila kana kan dursan miseensiittiin Kongreesaa Karen Bass akkasumas miseensoota kongreesaa Joo Neguse fi Ilhaan Omaar wajjiin Asmaraa tti daawwannaa sirnaawaa gaggeessuu isaanii Embaasiin Amerikaa kan Asmaraa jiru beeksisee jira..

Miseensonni kongreesa Yunaaytid Isteetes arfan dhuma torban darbee irraa daawwannaa kana kan gaggeessan yoo ta’u ministeera dantaa alaa Ertraa Osmaan Saleeh, gorsaa prezidaantii Ertraa Yamaane Gabra Masqal waliin dubbachuu isaanii ministriin odeeffannoo kan Ertraa beeksisee jra.

XS
SM
MD
LG