Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhimma Oromoo Abbummaa Haalun fi Mirgawwan Biraan Wal Qabatee Ejjannoon Keenna Tokko: KFO, ABO fi ABO Tokkome


Faayilii - Finfinnee
Faayilii - Finfinnee

Dhimma Oromoo abbummaa haalu fi mirgawwan biraan wal qabatee ka'u irratti dantaa ummata oromo kabajsisuuf ejjannoon keenna tokko jedhan dhaabileen siyaasaa Oromo: KFO, ABO fi ABO Tokkome.

Partiin Samaayawii gama isaatiin biyya nu hundaa gettu osoo qabnuu kiyya fi keetii mitii irratti wal dhabuun barbaachisaa miti, jechuudhaan Keessattu dhimmi kun ODP fi ADP ka’uuun ka tahuu hin malle akka tahe dubbata. Muktaar Jamaal hoogganoota paartiilee kanaa dubbisuun gabaasaa qindeesse qaba.

Guutummaa isaa caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:10:20 0:00

XS
SM
MD
LG