Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hojii Gaggeessaa Jirru Keesstti Oromoota Biyya Alaa Keessa Jiraatan Waliin Hojjachu Feena: Angawaa


WMO
WMO

Kan fayyaa, misoomaa fi barnootatti fuuleffatee hojjetu – waldaan misoomaa bara 1993 biyya keessatti hundeeffame – Waldaan Misooma Oromiyaa yokaan ODAn, waajiraalee isaa damee as Ameerikaa Kaabaa keessatti banataa jira. Daarektarri ol’aanaan waldichaa Obbo Dajanee Itichaa yeroo ammaa Yunaayitid Isteetis keessa kan jiran yoo ta'u haawaasa Oromoo biyya alaa keessa jiru waliin walitti dhufeenya qabaannee dinagdee biyyaa walii wajjiin guddisuuf karoorfanne jedhan.

Hundumaa caalaa tokkummaa Oromoo barbaachisaa ta'u hubachisuun wal tum suun wal bira haa dhaabannu jedhan. Dammeen waajira ODA Portland keessatti banamuu Dilbata, Bitooteessa 3, bara 2019 Minisootaa keessatti akka banamuuf jiru Minisotaatti Damee waajira Odaaf dubbi himtuu kan ta'an aaddee Huriyaa Lataa ibsanii jiru.
Gabaasa Guutuu Caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:12:39 0:00



XS
SM
MD
LG