Xurree ittiin seenan

Breaking News

Duula Waraana Tigraay Keessatti Geggeessuuf Fedhii Hin Qabu Jedha Mootummaan Itiyoophiyaa


Ministeera dhimmootii alaa, Obbo Reedwaan Huseen (Suuraa faayilii)
Ministeera dhimmootii alaa, Obbo Reedwaan Huseen (Suuraa faayilii)

Mootumaan Itiyoophiyaa Tigraay keessatti duula waraanaa akka hin geggeessine beeksise. Hoogganaan tajaajila kominikeeshinii mootummaa Leggesee Tulluu akka jedhanitti, humnoonni Itiyoophiyaa bakkuma jiran akka turan ajajamaniiru.

Ministeerri dhimmootii alaa Reedwaan Huseen kaleessa diplomaatota alaaf ibsa kennaniin akka jedhanitti mootummaan Tigraay keessatti duula waraanaa geggeessuuf fedhii hin qabu.

Utuu nuti duula kana geggeessinee maal uumamuu akka danda’u tilmaamuu dandeessu. Of eeggannoof jecha, jarri boodatti deebinaan attamiin duula waraanaa akka dhaabu itti yaadaa jira jechuu dhaan obbo Reedwaan ibsaniiru jedha gabaasi Kenedii Abaate

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG