Xurree ittiin seenan

Breaking News

Eenyummaan Namoota 9/11 Ajeefamanii Ammallee Addaan Baafamaa Jira


Faayilii - Lafeen nama haleellaa irratti ajjeefamee laabraatoorii keessatti yeroo laalamu Ebla 15, 2014.
Faayilii - Lafeen nama haleellaa irratti ajjeefamee laabraatoorii keessatti yeroo laalamu Ebla 15, 2014.

Oggaa 20ffaan yaadannoo 9/11 guyyoota muraasa dura namoota haleellaa saniin lubuun isaanii darbee keessaa eenymaan namoota dabalataa lama beekamuu danda'amuu maddi oduu AFP gabaase.

Ibsa itti gaafatamtuun Laabraatoorii Foreensikii Niw Yoorkin bahe akka jedhutti laabraatooriin dhabbatichaa meeshaa DNA haaraa ‘new generation’ jedhamu fayyadamuudhan eenyummaa nama 1,646 ffaa fi 1,647ffaa eddu-gala gabaa addunyaa magaalattii, Woorlid Treedi Seenter, keessatti ajjeefamanii addan baasuu danda’e.

Haleellaa Fulbaana 11, bara 2001 Al Qaayidaan magaala Niw Yoork keessatti geechiseen walumaa gala lubbuu namoota kuma 2,753 tu darbe.

XS
SM
MD
LG