Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Shororkeessummaa Fulbaana 11, 2001 Yunaayitid Isteetis Irratti Geggeessamee Booda Waraansa Keessatti Tajaajila  Fayyaa Fooyya'e 


Shororkeessonni xayyaaroota imaltootaatiin gamoolee Waaltaa Daldala Addunyaa, magaalaa Niyoork keessaa kan haleelaan waggoota 20 dura guyyaa Fulbaana 11 ture
Shororkeessonni xayyaaroota imaltootaatiin gamoolee Waaltaa Daldala Addunyaa, magaalaa Niyoork keessaa kan haleelaan waggoota 20 dura guyyaa Fulbaana 11 ture

Shororkeessonni xayyaaroota imaltootaatiin gamoolee Waaltaa Daldala Addunyaa, magaalaa Niyoork keessaa fi ka waajira ministirii Ittisaa Yunaayitid Isteetis yokaan Pentaagon as handaara Waashington DC jiru eega haleelanii waggootiin digdamni dabranii jiran.

Waraansawwan achii booda Afgaanistaanii fi Iraaq keessatti itti fufan keessatti tajaajilawwan eegumsa fayyaa kennaman, kan waraansawwan ka biroo kam keessatti kennaman caalaa lubbuu namaa baraaran.

Kaarool Pirsern tajaajilawwan akkasii keessaa tokko irratti gabaasaa ergite, Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Haleellaa Shororkeessummaa Fulbaana 11, 2001 Yunaayitid Isteetis Irratti Geggeessamee Booda Waraansa Keessatti Tajaajila  Fayyaa Fooyya'e
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:33 0:00


XS
SM
MD
LG