Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa'ee Balaa Bakakkaa Ogeeyyiin Maal Jedhu?


Faayilii - Bakakkaa biyya Taayilaan maaala Baankook keessaa, Onkoloolessa 27, bara 2019
Faayilii - Bakakkaa biyya Taayilaan maaala Baankook keessaa, Onkoloolessa 27, bara 2019

Yeroo gannaa kanatti Itoophiyaa keessatti bakkawwan tokko tokkotti balaawwan uumamaa kanneen akka lolaa fi ka biroo yeroo mudatan argamaa jiran.

Torban kana keessallee Godina Wallagga Lixaa, aanaa Mana Sibuu keessatti, bakakkaan bu’ee ijoollee jaha bakka tokkotti ajjeesuun dhaga'amee jira. Bakakkaan akkamitti uumama, balaa bakakkaan fidu akkamiin hirrisuun danda’ama?

Gaaffiilee jedhan irratti Naakoor Malkaa ogeettii Meetirooloojii yokaan Raaga Qilleensaa Itiyoophiyaa Aadde Caalii Dabalee fi Ogeessa Astiroonoomii obbo Kibrat Atsbahaa bilbilee, qophii qindeesse qaba.

Waa'ee Balaa Bakakkaa Ogeeyyiin Maal Jedhu?
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:24 0:00


XS
SM
MD
LG