Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Ulfa Guutuu Baadheetan Keeniyaati Baqadhe’


‘Ulfa Guutuu Baadheetan Keeniyaati Baqadhe’
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:54 0:00

Aaddee Mallichaan gaafa ajjeecha Mooyalee ulfa guutuu turte. Lubbuu ofii baafachuudha namoota Keeniyaatti baqatan keessaayi. Mallichaan fi haati Mallichaa -Aaddee Darmiin- wajjin karaarraa bu’anis, imala gara Keeniyaa irratti wal jalaa badanii turan . Amma garuu wal-argatan. Daa'imnis dhalate. Daawwadhaa.

XS
SM
MD
LG