Xurree ittiin seenan

Breaking News

Proojektiin Neetwoorkii Bishaan Booranaa Waggoota 10 Dura Eegalame Maaliif Xumuramuu Hanqate?  


Proojektiin Neetwoorkii Bishaan Booranaa Waggoota 10 Dura Eegalame Maaliif Xumuramuu Hanqate?  

Ganna kudha sadii dura rakkoo hanqina bishaanii kan godina Booranaa furuuf ka jalqabame neetworkiin Bishaan Booranaa ammaa ijaarsi sadarkaa tokkooffaasaallee hin dhumne.

Hoogganaan Waajjira Bishaanii fi Inerjii Godina booranaa projektiin kun rakkoo diizaaynii fi hanqina maallaqaa akka qabu kan ifoomse. Jiraattonni godinaa booranaa ammoo adoo bishaan kun yeroon hojiinsaa xumuramee rakkoon hongee amma mudate loon hagas hin fixu jechaan komataa jiran.

Biiroon Bishaanii fi Inerjii naannoo Oromiyaa hojiin kun ballaa tahuu himee, ammoo sadarkaa jalqabaasaa ji’a muraasa gidduutti xumurama jedhaa jiraa.

Proojektiin Neetwoorkii Bishaan Booranaa Waggoota 10 Dura Eegalame Maaliif Xumuramuu Hanqate?
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:43 0:00


Yaadawwan Ilaali (1)

XS
SM
MD
LG