Xurree ittiin seenan

Breaking News

Rakko Naannoo Somaalee Furuuf Maangudootaa fi Ugaazota Waliin Mariin Taasifama Jira: Ministeerii Ittisa Biyyaa


Rakko naannoo Somaaletti uumame furuuf mangudootaa fi ugaazota naannichaa waliin mariin taasifamaa jiraachuu Ministeerri ittisa biyyaa beeksise.

"Hidhattoota humna addaa naannoo somaalee hidhatanii ummata goolanaa jiran mariisifnee karaa nagayaan gama ummata akka deebi'an hojjatamaa jira," jedhan Ministeerichatti Daayreektarri Daayreektoreeti Indooktraanishinii fi Qunamtii Ummataa Meejar Jeneraal Muhammad Tasamaa.

Muktaar Jamaal dabalata qaba.

Rakko Naanno Sumaale Furuuf Maangudootaafi Ugaazota Wajjin Mariin Taasifama Jira: Ministeerii Ittisa Biyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:58 0:00

Hubachiisa: Gabaasa kana keessatti "Humna poolisii addaa naannoo Somaalee meeshaa hikkachiisuf murteeffame" jechuudhan kan dhiheesine dogoggoraan waan ta'eef nu-oofkalchaa. Amma sirreesineerra.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG