Xurree ittiin seenan

Breaking News

Naannoo Daangaa Beenishangul Gumuz fi Oromiyaatti Rakkoon Nageenyaa Uumame Amma Iyyuu Hin Dhaabanne


Buqaatotni Godina Wallaga Lixaa Aanaa Horoo Limmu qubatan qofti 25,000 ol ta'uu jedhame

Walitti bu'insa bulchiinsa Naannoo Beenishaangul Gumuuz Godina Kamaashitti uumammee, namooni hedduun ajeefamanii kaan ammoo buqqa'uu isaanii himamamaa jira, midhaa dhaqabeen walqabatee Mootumma Naannoo Beenishaangul Gumuuz haala isaa kan qorataa jiru ta'uu yoo beksisu, buqaatotni Godina Wallaga Lixaa Aanaa Horoo Limmu qubatan qofti yoo xiqaate kuma digdamii shanii ol (25,000 ol) ta'uu isaa bulchiinsi aanaa Haroo Limmu beeksisee jira.

Gabaasa Muktaar Jamaal dhaggeeffadha.

Naannoo Daangaa Beenishangul Gumuz fi Oromiyaatti Rakkoon Nageenyaa Uumame Amma Iyyuu Hin Dhaabanne
please wait

No media source currently available

0:00 0:10:11 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG