Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Walii Galtee Mirga Dubartootaa Haal Duree Kaa’uun Mallatteessite 


Faayilii - Dubartoota hiriira dimookiraasii deeggaruun bahame irratti hirmaatan, Kaartuum, Sudaan, Amajjii 30, 2020.
Faayilii - Dubartoota hiriira dimookiraasii deeggaruun bahame irratti hirmaatan, Kaartuum, Sudaan, Amajjii 30, 2020.

Kaabineen Sudaan, torban kana keessa waa’ee mirga dubartootaa irratti waliigaltee Tokkummootaa Mootummootaa mallatteesse. Tahus garuu, gumiin ministarootaa kun mirgoota haga tokko kanneen seeraan dubartoonni dhiiraan qixxee akka tahan mirkaneessan raggaasisuu didanii jiran jedhu qeeqxonni.

Sudaan Walii Galtee Mirga Dubartootaa Haal Duree Kaa’uun Mallatteessite
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:09 0:00

Manni maree ministeerotaa Sudaan, bara 1979 walii galtee loogii dubartoota irratti oofamu mara dhabamsiisu mallatteessee jira.

Haa ta’u malee dhiironni mana maree sana keessaa dubartoonni sadarkaa siyaasaa fi hawaasummaatti dhiirotaa qixxee dha, gaa’ila, wal hiikuu fi guddisa ijoollee keessatti mirga qixxee qabu yaada jedhu raggaasisuuf tole hin jedhin hafan.

XS
SM
MD
LG