Xurree ittiin seenan

AISIS Duguugiinsa Sanyiif Ittigaafatamaa Dha : Ministrii Dantaa Alaa Amerikaa

  • VOA

Biyyoota torba kanneen mirga walabummaa amantii cabsuu ittiin jedhan ministeerri dantaa alaa yunaaytid Isteetes Rex Tilerson tarreessanii jiru. Garu hidhattoota Islaamiik Isteetes amantii fi gosa sab xiqqaalee irratti hokkara jabeessuu jechuun daran qeeqan.Tiliirson kana kan dubbatan Kibxata kaleessaa gabaasaa waggaa kan walabummaa amantii ilaalchisee ministriin dantaa alaa Amerikaa ibsa baase irratti ture.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG