Xurree ittiin seenan

Breaking News

UK’n Qabeenya Ummata Keeniyaa Malaammaltummaan Hatamee Biyyashee Jiru Deebisuuf Waliigalte


British Prime Minister Theresa May

Muummeen Yuunaytid Kiingdem Tireezaa Meey daawwannaadhaaf Keeniyaa jiru. Meey harra waaree booda pirezidentii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa waliin ka maritan yoo ta’an, dhimmoota heedduurrattis walii galtee waloo mallatteessaniiru. Walii galtee mallatteessanii booda ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin, Yuunaytid Kiingdem qabeenya ummata Keeniyaatii malaammaltummaan hatamee biyyashee jiru deebisuuf walii galteerra gahuullee himani.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

UK’n Qabeenya Ummata Keeniyaa Malaammaltummaan Hatamee Biyyashee Jiru Deebisuuf Waliigalte
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:55 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG