Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Filannoo Har’a Tigiraay Keessatti Geggeessamee Jiraattonni Magaalaa Maqalee Maal Jedhan? 


Filannoo Tigraay

Filannoon bulchiisa naannoo Tigiraay har’a geggeessameef, uummatni eda halkan walakkaa irraa jalqabee gara waaltaalee filannootti yaa’uudhaan kan itti hirmaate tahuu dubbatama.

Kanumaa uummatni maal maal jedha?

Gabaasaan VOA Alem Fissehaa magaalaa Maqalee bakkawwan adda addaa deemuudhaan kan namoota haasofsiise hiiknee jirra. Mee caqasaa.

Waa’ee Filannoo Har’a Tigiraay Keessatti Geggeessamee Jiraattonni Magaalaa Maqalee Maal Jedhan?
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:02 0:00


Yaadawwan Ilaali (7)

XS
SM
MD
LG