Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gazexxesoota Gara Tigraayti Akka Hin Imallee Dhorkman Keessaa Tokko Maal Jedha?


Humnootiin Tika nagaa kan Itiyoophiyaa Wiixata kaleessaa Fulbaana 08 bara 2020 oduu gabaastoonni gara bulchiinsa naannoo Tigraayti akka hin imallee dhorkanii jiru.

Gazexxessonni kun filannoo Tigraay keessatti Robii borii gaggeeffamuu gabaasuuf karoora qaban.

Mootummaan Federaalaa kan Itiyoophiyaa gama isaan filannoon bulchiinsa naannoo Tigraay kun faallaa heeraati jedhee jira.

Angawoonni biyyatti Gazeexxeesoota jalaa bilbila harkaa, kompuutaraa fi paaspoortii fi kaardii preesiif hojjachuu isaanii agarsiisuu harkaa fudhan.

Gazexxesoota kana keessaa tokko kan ta'e oduu gabaasaan Raadiyoo Sagalee Amerikaa ykn VOA Saayman Maarks dirree xayyaara argamee kan gabaasee caqasaa.

Gazexxesoota Gara Tigraayti Akka Hin Imallee Dhorkman Keessaa Tokko Maal Jedha?
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:17 0:00


Yaadawwan Ilaali (11)

XS
SM
MD
LG