Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Mirga Hiree Ofii Ofiin Mrteeffannaa Tigiraay Dabarsinee Hin Kenninu,”


Magaala Maqalee
Magaala Maqalee

Paartilee filannoo Tigraay irratt hirmaatan shan: Mirga Hiree Ofii Ofiin Mrteeffannaa Tigiraay Dabarsinee Hin Kenninu,”

Ka mootummaan Itiyoophiyaa hin fudhatiin, filannoon bulchiisa naannoo Tigiraay keessatti boor gaafa Qaammee afurii, bara kuma lamaa fi kudha-lamaa geggeeffamuuf jira. Kanneen filannoo sanatti hirmaatan paartiileen shan, “mirga hiree ofii ofiin murteeffannaa Tigiraay dabarsinee hin kenninu,” jechuun, ibsa kaleessa waliin kennan irratti beeksisanii jiran.

Filannoo Tigiraay kana irratti namoonni sagalee kennuuf galmaawan miliyoona lamaa fi kuma dhibba toorbaa fi jaatama tahuun beekamee jira, jechuun Mulugeetaa Atsibahaa Maqalee irraa gabaasee jira.

XS
SM
MD
LG