Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’ee Hidhaan Laga Abbayaa Marsaan Duraa Guutamuu Irratti Yaada Uummataa 


Jiraattotni magaalaalee Oromiyaa tokko tokkoo “ Hidhaan Laga Abbayyaa Bishaaniin guutamuutti gammadne” jedhan.

Rakkoo Iftoominaa duraan hojicha irratti mul’ate mootummaan ifa baasuu qaba, kanneen jedhanis ni jiran. Gama biraan, namootni yakka malee hidhamanii jiran haa gad dhiifaman, jechuunis gaafataniiru, jiraattota yaada isaanii kennan keessaa.

Guutummaa isaa caqasaa

Waa’ee Hidhaan Laga Abbayaa Marsaan Duraa Guutamuu Irratti Yaada Uummataa
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:16 0:00


XS
SM
MD
LG