Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal waraansa Hammaataa Jiruun Lakkoobsii Baqattoota Itiyoophiyaa Dabaluuf Jira: Dhaaba Baqattootaa


Milishoota naannoo Amaaraa humna federaalaa wajjin ta'un waraana deemuf leenjiirra jiran
Milishoota naannoo Amaaraa humna federaalaa wajjin ta'un waraana deemuf leenjiirra jiran

Baqattoota Itiyoophiyaa Kuma Torba caalan gargaaruuf jecha mootummaa Sudaan waliin hojjataa kan jiru ta'u dhaabnii baqattootaa kan Tokkummaa Mootummootaa ykn UNHCR Robii darbee beeksisee jira.

Lammiwwan Itiyoophiyaa kun humnootii mootummaa Fedeeraalaa fi kan mootummaa bulchiinsa naannoo Tigraay giddutti walitti-bu'iinsagaggeeffamaa jiru jalaa dheessuun daangaa Sudaanti cehaan.

Gabaasa Kaartuum Sudaan irraa ergame caqasaa.

Wal waraansa Hammaataa Jiruun Lakkoobsii Baqattoota Itiyoophiyaa Dabaluuf Jira: Dhaaba Baqattootaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:33 0:00


XS
SM
MD
LG