Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walgaahii Waldaa Qorannoo Afrikaa 59ffa Irratti Dhimma Itoophiyaa Laalchisee Qorannoowwan Dhihaatan


Walgahii Waldaa Qorannoo Afrikaa 59ffaa, Waashingtan Diisii (Muddee 1, 2016 -Muddee3, 2016)
Walgahii Waldaa Qorannoo Afrikaa 59ffaa, Waashingtan Diisii (Muddee 1, 2016 -Muddee3, 2016)

Waldaan Qorannoo Afrikaa walgahii isaa 59ffaa torban darbe, Muddee 1 - 3tti as Waashingitan Diisiitti geggeessera. Walgahii kana irratti hayyoonnii fi namoonni siyaasaa qorannoo isaanii dhiheessaniiru. Mariiwwan godhaman keessa han dhimmoota Oromiyaa fi Itoophiyaa irratti xiyyeefatanis jiru ture.

Gabaasa qindaahe kana cuqaasuun dhaggeeffadhaa

XS
SM
MD
LG