Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waliigaltee Raashiyaa fi Sudaan


Raashiyaan, buufata galaanaa Sudaan, kan handaara Galaana Diimaatti maadhee humna galaanaa ishee ijaarrachuuf waliigaltee tolfachuu ishee dubbatti.

Kun hundeessamnaan Afrikaa keessatti maadhee waraanaa Raashiyaa isa jalqabaa tahuuf deema. Xiinxaltoonni immoo, waliigalteen Sudaanii fi Raashiyaa gidduutti tolfame kun, hariiroo Sudaan yeroo ammaa Yunaayitid Isteetis waliin fooyyeffachuuf carraaqaa jirtu wal-xaxaa taasisuu mala, jedhu.

Waliigaltee Raashiyaa fi Sudaan
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:14 0:00


XS
SM
MD
LG