Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaa'ii Waldaan Saayinsiifi Teeknoloojii Oromiyaa


Waldaan Saayinsiifi Teeknoloojii Oromiyaa Yaa'ii isaa waggaa lammaffaa hardha Finfinee Giddu Gala Aadaa Oromootti geggeesse. Prezdaantiin waldichaa Proofeesar Girmaa Gabrasanbat akka dubbatanitti waldichi hayyota walitti qabuun dhimma biyyaa irratti hojjachuuf kaayefatee caraaqaa jira jedhan.

Hojii hayyoni bu'aa ummmataaf ifaajaa jiran kana Mootumaan naannoo Oromiyaa beekumtii kan kannu ta'uu fi tumsa barbaachisaa hundaa akka taasisu kan dubatan ammoo Hogganaa Ejensii Misooma Saayinsiif Teeknolojii Oromiyaa Doktar Taasisaa Kaabaati.

Muktaar Jamaal dabalata qaba

Yaa'ii Waldaan Saayinsiifi Teeknoloojii Oromiyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:21 0:00

XS
SM
MD
LG