Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaayitid Isteets gargaarsaa talaalli Kooviid 19 Itiyoophiyaaf kennite


FAAYILII - Gargaarsa talaalli Kooviid 19 Yunaayitid Isteets Itiyoophiyaaf kennite Amajji 24, 2022. (Suuraa Imbaasii Yunaayitid Isteets)

Yunaayitid Isteets Talalii Kooviid 19 kan gosa Faayizer Doozii kuma 840,060 Itiyoophiyaadhaa kenuu ishee ibsii Embaasii Yunaayitid Isateets Fenffinne jiruu irraa bahe beeksiseeraa.

Gargaarsii kun Bitootessa 14, 2022 Itiyoophiyaa akka seenee kan hime ibsii kun , Adoolessaa 17, bara 2021 as yunaayitid Isteets gargaarsaa talaalli doozii Miiliyoonii 7.8 Itiyoophiyaadhaaf kennuu ishee yaadachiiseera.

Yunaayitd Isteets gargaaraa talaalii kooviid 19 doozii miiliyoonii 492 ta’u biyyoottan adduunyaa 110 kennuun ishee gabaasameeraa.

Yaadawwan Ilaali (1)

This forum has been closed.
XS
SM
MD
LG