Finfinnee Keessatti Hosptaala Sadarkaa Addunyaa Ijaaramuuf Dhagaan Bu’uraa Kaa’ame

  • VOA

Finfinnee Keessatti Hosptaala Sadarkaa Addunyaa Ijaaramuuf Dhagaan Bu’uraa Kaa’ame

“ETHIO-AMERICA DOCTORS MEDICAL CITY” – ka jedhamu dhaabbata dhuunfaatiin, Hospitaa Birrii Itiyoophiyaa Biliyoona 2.4iin ijaaramuuf karoorfameef, Muummichi-ministaraa Itiyoophiyaa – Hayile-maariyaam Dessaalegy har’a dhagaa-bu’uraa kaa’anii jiran. Hospitaalichi, wal’aansa sadarkaa ol’aanaa kennuu caalaa, dargaggoota hakiimota Itiyoophiyaa leenjisuutti akka fuuleffatu hubachiisan – Obbo Hayile-maariyaam.

Kana cuqaasuun gabaasaa guutuu dhaggeeffadhaa

Your browser doesn’t support HTML5

Finfinnee Keessatti Hosptaala Sadarkaa Addunyaa Ijaaramuuf Dhagaan Bu’uraa Kaa’ame