Bulchiinsi Traamp Bajata Bara Dhufuu Hanqisee Jira

  • VOA

Ministarri Dhimma-alaa Yunaayitid Isteetis – Maayik Poompiyoo, prezidaant Doonaald Traamp, baajeta dippiloomaasii fi gargaarsa alaa irraa muruu isaanii deggeranii dubbatan. Seera-tumtoonni Ripaablikaanii fi Dimookiraatotaa kaleessa yeroo baajeticha irratti dubbatamu mormanii turan.

Dura-taa’aan Koree Dhimmoota alaa ka mana-maree bakka-bu’ootaa Yunaayitid Isteetis – Eliyeet Engel, wixineen baajetaa prezidaantichaa, kaleessa akkuma galma mana-maree bakka-bu’eetaa dhaqqabetti du’e – jechuudhaan Poompiyootti dubbatan. Gabaasaa Sindii Seene, Jaallannee tu dhiheessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Bulchiinsi Traamp Bajata Bara Dhufuu Hanqisee Jira