‘Malaammaltummaa Haqaan Lolla’ Keeniyaattta

Pirezdentiin Keeniyaa uhuuruu Keeniyaattaa mootummaan isaanii malaammaltummaa biyyattii keessatti baballate haqaan mormuutti akka jiru dubbatan.

Harra Paarlaamaa biyyattiif yoo haasawa taasisan Keeniyaattaan ‘angawoota mootummaa taayitaa dahoo godhachuun hojii kanarratti bobba’an akeekkachiisanii jiru.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Malaammaltummaa Haqaan Lolla’ Keeniyaattta