Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yaadannoo Fixiinsa Yunivarsitii Garriisaa


F
F

Yunivarsitiin Garriisaa, ka Keeniyaa keessaa kan irra caalaan barattoota isaa turan - namoota 148 waggoota afur dura haleellaa Al-shabaabiin dhumaniif sirna yaadannoo geggeessee jira.

Gareen Al-shabaab achii booda illee haleellaa hedduu geggeessee jira. Garuu, Keniyaa keessatti kan haga kanaa dhuminsa hedduu dhaqqabsiise hin jiru.Fixiinsi suun eega uumamee waggaa sagal booda Yunivarsitiin kun banamee hojii jalqabe.

Lakkobsii barattoota mooraa sana keessa barataa jiranii isa bara 2015 ture sana dacha caalee jira.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:46 0:00

XS
SM
MD
LG