Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dr. Abiyyi Ahmad Isa Abdanne Caalaa Hojjate: Obbo Bulchaa Dammaqsaa


Obbo Bulchaa Dammaqsaa

Dr. Abiyyi Ahmad mummicha ministeera Itiyoophiyaa ta’uun eega kakatanii aangoo qabatanii har’a waggaa tokko guutee jira.Deemsa biyyatti keessaa kan waggaa tokko kan ilaaleen Raadiyoo Sagalee Amerikaaf yaada kan kennan Obbo Bulchaa Dammaqsaa akka jedhanti Dr. Abiyyi muxannoo hoggana sadarkaa olaanaa ituu hin qabaatiin waggaa tokko keessatti kana hojjachuun kan abdannee fi yaadne caalaa jedhan.

Ertraa waliin nagaan bu’uun, biyyoota ollaa waliin karaa nagaan mari’achuun, biyya keessattis rakkoo jiru mariin qofa furuuf hojjachuun waan haaraa dha jedhan.

Kana malees uummanni Itiyoophiyaa Hogganaa Hammana Itti Hiqee Isa Dubbise Argee Hin Beeku.

Gaaffii fi deebii caqasaa

please wait

No media source currently available

0:00 0:05:29 0:00

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG