Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yukreen Keessaatti Marsaa Duraan Taatoo Diraamaa Televiziyoonaatu Filatame


Volodymyr Zelenskiy
Volodymyr Zelenskiy

Filannoo prezidaantii yukreen keessaa ka marsaa duraa Dilbata kaleessaa Taatoo diraamaa Televiziyoonaan dhiyaatuu injifatee jira.

Volodymyr Zelenskiy sagalee kenname harka 30 kan injifate yoo ta’u siyaasa Yukreen keessaa harka duwwaatti hambisee jira.

Deggertoonni isaa nama umriin 41 kana filuun Demokraasiin namnii haaraan injifachuu akka danda’uu agarsiisu filuu feena jedhu.

Caasaan gorsitootaa fi namoota fedha isaaniin isaa hojjataa jiran maallaqaan kaan immoo bu’aa gara fuula duraatti argamuun hidhata qabu.

Prezidaantii biyyatti Petro Poroshenko dabalatee Qeeqxoonni akka jedhanti sagalee harka 16 hanga 19 argachuun marsaa lammataa kan Ebla 21 gaggeeffamuun injifanna jedhu.

Taatoon Draamaa TV suun/ marsaa lammataanis nan injiifadha jechuun yaada.

XS
SM
MD
LG