Xurree ittiin seenan

Breaking News

‘Raayyaan Ittisaa Warri Mi’ootti Misirroowwan Ajjeesan Gumaa Baasan Garuu Seeratti Hin Dhiyaanne’ – Aanaa Mi’oo


Oromia map
Oromia map

Miseensonni Raayya Ittisa Biyyaa Ji’a Gurraandhala darbe Aanaa Mi’ootti misirroowwanii fi amaamota ajjeesan gatii dhiigaa maatiif baasanus haga yoonaa akka seeraaf hin dhiyaanne Bulchiinsi Aanaa Mi’oo beeksise.

Hoogganaan Waajjira ODP Aanaa Mi’oo Obbo Soraa Galgaloo ‘gaggeessitoonni Waraana Biyyaa Naanno Mooyyale jiran akka aadaa booranaatti gumaa baasuu VOA’f mirkaneessanii jiru.

Bulchiinsi aanichaa garuu ammas loltoota kana dhaddacha godinaaf akka dhiyaatan gochuuf ajajdoota raayya ittisa biyyaa waliin awal famiirra akka jiru himee Galmoo Daawit dabalata qaba.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:32 0:00

XS
SM
MD
LG