Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waggaa 1ffaa Bulchiinsa Dr. Abiyyi Ilaalchisee Yaada Namoota Ogummaa Hojii Garaa Garaa Keessa Jiranii


Hiriira deeggarsaa muummee ministira Itoophiyaa Dr. Abiyyiif Waxabajjii 23, 2018 godhame, Finfinnee
Hiriira deeggarsaa muummee ministira Itoophiyaa Dr. Abiyyiif Waxabajjii 23, 2018 godhame, Finfinnee

Waggaa tokkoffaa Muummichi Ministira Itoophiyaa Doktor Abiyyi Ahmad gara Aangootti dhufan ilaalichisee namootni ogummaa hojii gara gara keessa jiran Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf yaada kennaniiru.

Namonni kunneen akka jedhanitti gama Siiyasattiin hojiiwwan Dr.Abiyyi hojjatan milkaa'inaa qaba garuu gama Diinagdee, Nageenya fi tasgabi biyyatti irratti caalmaatti hojjechuttu barbachisadha jedhan.

XS
SM
MD
LG